waa’ee website keeya

Yaadni kiya yeroon website appii kana maxxanse ture.  baay'inaan daawwatoota baay'efachu mti. 

Bakka lammiin kiya irra waa baratuuf waa buufatu  gochuuf karoorfadhe, wantoota haarwa ta’an dabarsu , fi bakka jooleen oromo hundi waan technology irratti simatamu akka dandaha gochu barbaada.

ni amantani?  Jeequmsaaf fi xiiqii guddaan arge wanta kana  ijaarsa godhuuf .  kophaa Kya jalqabe hanga dhumaatti hojjedheen yeroo fi maallaqa wanta kanaaf kennee ijaaree Akka Afaan oromootiin tahu isiniif ijaareera.

Buufatani qofa hin deeminaa

  Website kun ulaagaa ijoo kan ta'ejaarame kan waan asirratti maxxansu hunda appii fi geemii barbachisa qofa buusa.  Ammoo Yeroo buufattan yoo rakkoon wahin isin qunname ykn rakkoo wahii argitan naaf gabaasaa.  Yaada fi yaada keessan hunda dubbisuu barbaada, yaadni keessan bay'ee na gargaara.

  Appi mallaqaan bitamu, soqee asirratti maxxansuu salphaa miti akka yadaan na jajabeesitan barbaade.

  Fuldurri Website kana akka haala salphaa tahe isinii muldhatu haala isinii mijeesse.  Odeeffannoo hundarra gaarii ta'e dafee isiniif kennuu waanan barbaaduuf,  karaa  sooshel miidya kiyaan naa bareesu yaala anileen isinii deebisuu yaala:

  Odeeffannoon sirrii ta'uu qaba

  Wantootni ani asirratti dhiyeessu kallattiin marsaalee miidiyaa hawaasaa kya irratti maxxanfama.appiin martu Viidiyoo mataa ofii qaba YouTube kiya jala arrgattan.

  Yeroo hunda wanta haaraa isinii maxxansa

  Namni waan kanarratti yaddaan na bira dhaabate maatii koo harka guddaa keessa qaban.  Wanta kana kophaa kiya isin tajaajiluuf gahaa akka hin taane nan beeka, kanaaf  gumaachi hawaasa irraa na barbaachisa.  Yeroo hunda namoota barreessuu jaallatan, akkasumas teeknooloojii na waliin akka guddatu jaallatan nan simadha.  Akkasumas bakka mataa keetii fi banaa ta'ee namummaa kee haala hunda caalaa mijataa ta'een ibsuuf ni qabaatta.

  Yeroo hunda application kunneenis akkan itti fayyadamu mirkaneeffachuu qabdu.Nageenyi meeshaalee keessanii dursa kooti

  Jalqaba qofa

  Kana booda nama tokkoon marsariitii geggeessuu fi hojjechuun akka ulfaatu nan beeka.  Haa ta'u malee, kun jalqaba qofa.  Dargaggoonni Aromiyaa hanga waan gaarii bira geenyutti na deeggaran akka jiran abdiin qaba.Daandiin xiqqoo qoree (beekumsi ani damee teeknooloojii irratti baay’ee qabaadhus) garuu galatni ykn jajjabina akka “interface kee bareedaadha” jedhu hunduu akka ta’u abdiin qaba. ykn yaada tokko qofti imala kana itti fufuuf humna naaf gahaadha.

Post a Comment